You are currently viewing Abjuun sirna durii deebisuuf yaaluu hin milkaa’u!

Abjuun sirna durii deebisuuf yaaluu hin milkaa’u!

Gareen dheebuu sirna durii qabu karaa qaxxaamuraa aangoo qabachuuf sirna awwaalame leellisuun fedhii dhuunfaa isaaf abjuu milkii hin qabne abjoota. Sirni siyaasaa biyyi keenya keessa ture sirna humnaan aangoo qabachuufi qaamni aangoo qabates humnaan aangoo isaa kan eeggatu ture. Haala kanaan biyyi keenya shaakala diimokiraasii irraa fagaachuun waggoottan hedduuf sabaafi sab-lammoonni biyya kanaa hunduu wanjoo cunqursaa sirna garboonfataa jalatti kufuun rakkachaa tureera.

Leave a Reply